Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 11:3 - KITAABA WAAQA

3 waan mama ka inni tolche ya agartani waan inni hayyu Misiritiifi lafa isaa ch'ufa tolche ya agartani.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 11:3
9 Referans Kwoze  

Gaargala hama isani ila teesaniini gartanifi waan jabdu ka mamatiifi irreefi harka jaba AABBO Waaqi isaaniini baase qaabad'a. Akuma inni worra Misiri gaafasi balleese, akasuma worra isani sodaattani kana ch'ufale balleesa.


Achiti inni akheekhafi waan mama jabdu tolche, akasiini hayyufi hojattu isaa ch'ufa gaargalche.


Waaqi tokoleeni, ka taka deeme nama lafa d'ibi keesaa fuud'e nama ufii tolfate, aka AABBO Waaqi keesani isani lafa Misiri keesaa fuud'e injira? Ila teesani durati inni irre isaatiifi jabeenna isaatini gaargala lolaatiini d'ufe, waan taka nami arge ind'agayinifi waan mama tolche, waan nama sodaachisa heddu tolche.


AABBO Waaqi waan Musafi Harunini jed'e,


Ammalle aka AABBO Waaqi askarti Misiri ch'ufa, fardooleefi gaari fardi hirkisule Galaana Diima keesati hobaase gaafa worri isani reebe, la agartani.


AABBO Waaqi keesani isani dura deeme, nyaapa isani dura had'a, akuma isani lafa Misiritiifi ta alooleti agartani kaani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite