Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 10:19 - KITAABA WAAQA

19 Tanaafi keessuma jaalad'a, isanileeni duri lafa Misiriti keessuma.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 10:19
12 Referans Kwoze  

Nama gosa d'ibi iti ch'ubbamtani indabsina; qaabad'a, aka isanileeni lafa Misirileti keessuma taatani.


Tanaafi haga qoomni qamnu nama ch'ufaa waan dansa tolchu malle, keesuma worra d'ugefacha aka teenna qabu.


Keessumicha kana male, nami deebie Waaqa galata deebisu injiru?


Ammo nyaapa keesani jaalad'a, waan dansa tolchaafi; ergisaafi, ammo woma iraa ineegatiina. Duuba waan guddo argattani, ilmaani Waaqa Gubba Jiru taatani. Wonti akanatiifi inni worra galata imbeenneefi worra dabale inahafi.


Worra gosa Edomu injibbina, worri fiit'a teesani. Worra Misirile injibbina duri isani lafa isaani teetani.


Isiini haga jiru jireenna teesani taati. Nami gosa d'ibi ka isani woliini godaanu, ka ilmaani isani asi d'alateleeni, hojja isani lafa qoodattani worrileeni qooda lafaa argachu male. Worra suni akuma worra Israeliti hereguu malani, duuba worrileeni worra Israeli woliini hit'a buufate, qooda lafa argachuu male.


Nami gosa d'ibi, ka gosa Israeli keesa godaanu, ha worra woliini godaanu suni woliini qooda lafaa argatuti. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa gudda.


D'aloota sadeesoti asi ha gumi AABBO Waaqati daraniti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite