Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 10:16 - KITAABA WAAQA

16 Tanaafi deebitani mata injabaatiina armaa achi AABBO Waaqa d'agaya.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 10:16
13 Referans Kwoze  

Wold'aqisa keesani ka AABBO Waaqaani woliini tolfatani, jabeesa, garaa keesani AABBO Waaqati kennad'a, isani worri Yudatifi ka Yerusalemuleeni. Yo isani akasi tolchu diddani, maro isani waan hamtu tolchitanifi dallansuuni tiyya aka ibida isani gubdi nami tokoleeni ka dandae d'aamfu injiru.


AABBO Waaqi keesani garaa keesanifi ka ilmaani teesani laafise, ufii isani saalfachiisa aka isani garaa keesani ch'ufaani isa jaalattani, lafa suni keesati bultani.


ufi na jibbisise aka anini worra lafa nyaapa worrati ergu na tolche, daba suni ch'ufa himate ira deebie; ammalle yo d'alooti keesani ufi diqeese, gati dabaafi ch'ubbu suni baase,


Isa keesa qabanqaba isani qabani, qabanqaba nami tolchuuniti ammo qabanqaba Kristoti, ta jabeenna nafa dabdicha kana jala nama baasu.


Tanaafi beekha, AABBO Waaqi lafa gabbo tana maro dansuma teesanitifi isani kennuti injiru. Isani worra mata jajabaati.


Ee Yerusalemu, t'uri ch'ubbu garaa kanke keesaa d'iqi, aka baafamtu. Yomi herega daba kana heregu lakifta?


Anini aka isani mata jabaatatani na diddani imbeekha isani nami gaafa anini jiru AABBO Waaqa dide, eegi anini duefa hagasi ira diddani.


AABBO Waaqi ammalle waan nani jed'e, Anini worra kana yayu arge aka mataani worraa jajaba.


Arraa achi ilma d'iira ka haga d'alate saddeeti bule, tisse worra keesani keesa d'alatte taanaani, ta horiini bitani taanaani, qabanqaba qabaafi. Wold'ageetiini tiyyafi teesani tanaani beekhani.


Isani yayu nama gosa d'ibi, ka qabanqaba inqabanne, ka ammalle naa insaalfanne, hojja gabbinnafi d'iiga sorio naa baasani Mana kiyyati galchitini akasiini Mana kiyya t'ureesitani. Duuba akanaani gumi tiyya isani yayu waan hamtu taatani wold'aqisa kiyya ch'absitani.


Aka worraa mata injabatina, ammo AABBO Waaqaa saalfad'a. Mana AABBO Waaqa keesani, ka inni haga jiru jireenna eebise ka Yerusalemu keesa jiruti koota, isa kad'ad'a, aka inni deebie isaniti indalanne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite