Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 1:39 - KITAABA WAAQA

39 Duuba AABBO Waaqi waan nu ch'ufaani jed'e. Ilmaani didiqo waan hamtufi waan dansa gargari imbeenneti lafa suni seena, ilmaani isani Nyaapati qaqabe jettani taani. Anini lafa suni worraa kenne, worrileeni duuba ind'aala.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 1:39
7 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi maanifi lafa suniti nu geesa? Achiti hegeri lola keesati nu ijeesani, nad'eenifi ijoolle teenna boojiani. Yo lafa Misiriti deebine ira nu jirtiniti?


Ammo Waaqi aka ilmaani lamaani tana keesa, hujiini isaa gurba tokooni guutamtu, gurba toko fohate waan haad'aani jed'e, Angafati maand'icha hojata. Waaqi maro waan dansa gurbaani tolcheefi isa infohanne ammo fed'uma ufitiifi fohate.


Anini dira Ninawi gudda kana, ka nama kuma d'ibba tokofi diddama ira jiru qabu, ka nami suni mirgafi bita imbeenne, ka inni hori heddule qabu, nahu himmalle?


Isani waan jettani, ijoolle teenna boojiani, ammo anini ijoolle suni lafa isani diddanitini d'ufe, isiini duuba achi qubati.


Nuuni ch'ufti duri aka worra suni jirra, d'araa nafa keenna gula yaane waan nafafi qalbiini teenna feetu ch'alla tolchine, ka sila akuma nama ch'ufa Waaqi nuleti dalanu male.


Ilmaani d'iira ta worra suni taka qabanqaba inqabanne, tanaafi Yoshuani worra kana qabanqaba qabeefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite