35 Waan jed'e, Isaniini tokoleeni, nami d'aloota ch'ubbu kana keesa jiru lafa gabbo dansa anini abbooti teesani kakhad'e inargattani.
Tanaafi anini dallane, kakhad'e waan jed'eeni, worri kunini boqota anini worraa kurfeese haguma jiru inargatu.
Ammo taatule Waaqi worrati dalane, reefi worraa lafa aloo ch'ufa keesa firfirfame.
Nuuni ch'ufti Kristoni woli wahela, yo nu d'ugefacha teenna haga muumme jabeesine qabanne.
Eentu qonqo Waaqa d'agaye dubbi isaa dide? Worra Musani Misiri keesaa yaame ch'ufa.
Gaafi kunini ganna sodomi saddeeteesoti, haga nu Kadesh-Barnea baane, akuma AABBO Waaqi jed'e kaani, nami duula d'aqu dandau ka d'aloota suni ch'ufti hobae.
Tanaafi inni worrati kakhate, harka olqabate waan jed'e; anini lafa gamooji tana keesati isani fit'e,
Tanaafi anini lafa gamooji suni keesati worrati kakhad'e waan jed'eeni, Anini lafa lafa ch'ufa ira mid'aadu, ta aananifi dammi aka lola yauti isani ingeesu.
Lafti tunini ch'ufti lafa anini AABBO Waaqi ababoota teesani Abrahamufi Isaaqofi Yakobofi ilmaani worrale ch'ufa inkenna jed'e kakhad'e; d'aqaa iti qubad'a.