Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 1:25 - KITAABA WAAQA

25 Worri mid'aani achi argateeni nuu gale waan jed'e, Lafti AABBO Waaqi nuu kennu lafa gabbo waan ch'ufa qabdu.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 1:25
6 Referans Kwoze  

Tanaafi anini amma aka harka worra Misiri keesaa baasufi gadi bue, ammalle aka lafa suni keesaa baase lafa ballo dansa, ta aananifi dammi aka lolaa yau, lafa gosa Kanaani, ta Hiti, ta Amori, ta Parizi, ta Hivi, ta Yebusii geesa.


Ammalle aka biyyeeni lafa dansatiifi yokhaani aka lafti mukha qabdu qorqorad'a. Garaa jabaad'a, mid'aani lafti suni baaftu guura, kootani. Yoi kunini yo mid'aani zabibu ka qara bilchaatani.


Duuba waan Musani jed'ani, Nu lafa keesa, yaane, lafa aananifi dammi aka lola yau argine kuno, mid'aani isii hagi toko kana.


waan gumiini jed'ani, lafa nu keesa yaane dooyanne, lafti haga isii dansa lafa keesa injirtu.


Worri lafa gaareeniti iti d'aabate, haga bale Eshkoli ch'ufa dooyatani laalatani.


Ammo isani dubbi AABBO Waaqa keesani diddani, tanaafi lafa suni inseeniini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite