Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 1:14 - KITAABA WAAQA

14 Isanileeni aka wonti kunini waan dansa, ka tolchuu malani ya ee jettani.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 1:14
2 Referans Kwoze  

Gosa ch'ufa keesa nama qaro, ka hubachafi beekha qabu filad'a, duuba anini jara suni gudda keesani tolcha.


Duuba anini worra qaro, beekhafi hubacha qabu, ka isani gosa teesani keesa filatani, mataa isani tolche worri hagi toko mataa nama kuma tahe hagiini ka nama shantama tahe, hagi tokoleeni ka nama kud'ani tahe. Ammalle anini nama gugurda d'ibi gosa keesaa fohad'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite