Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Obadia 1:8 - KITAABA WAAQA

8 Anini guyya suni worra qaro Edomu inhobaasu? Ammalle qarooma garaa Esau keesaa imballeesu?

Gade chapit la Kopi




Obadia 1:8
8 Referans Kwoze  

Tanaafi anini gumi tana waan mama iti buuse worra mamsiisa. Qaroomi qaroo bade, qalbiini nama wo beekhu lafaa d'abani.


AABBO Waaqi mala gosa d'ibi balleese, herega biyyale yaka.


Anini mala worra Misiri balleese garaa worraa yaka. Worri waan harkaani boch'ani kaani wo gaafate, falfaltule d'aqe, ekherale gorsa iraa fud'ata.


Worri gugurdaani dira Soani raatu! Worri Farao, ka qalbi qabu, mala woma imbaane d'aa! Worri akami dandae Faraoni, Nu nama qarooti nu d'ale, worri keenna haguma duriti worruma hayyuuni keesaa d'alate, jed'a?


Ee Farao, nami qalbi qabu, ka mala sii d'au, kaani meeti? Hegeri worri waan AABBO Waaqi guddaani worra Misiriti malate siti hima.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite