Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Obadia 1:1 - KITAABA WAAQA

1 Tunini waan Obadiaani daayyani arge. AABBO Waaqi Guddaani waan lafa Edomu akana jed'e: AABBO Waaqi ya ergattu gosa ch'ufati erge, nuleeni d'aamsa isaa kana ya d'ageenne: Kaa, kurfefad'a, nu yaasa, lafa Edomu had'u d'anna!

Gade chapit la Kopi




Obadia 1:1
28 Referans Kwoze  

Lafti Misiri lafa aloo taate, lafti Edomuleeni lafa onte badde taati, waan worri lafa Yuda had'e, nama worraa ka woma iyyakiiniti fit'eefi.


Ato nami worri ergatu dira Soanifi Hanesi qara gahele,


Kunini d'aamsa waan Edomu ka d'aamani. Nami Edomu toko na yaame waan nani jed'u, Nama lafa eegu, lafti yoomi bariiti? Halkani yoomi alaa hobaani?


Ee AABBO Waaqa, gaafa Yerusalemu qabani, waan worri Edomu tolche qaabad'i. Aka worri, Dira suni ch'ach'absa balleesa jed'e qaabad'i!


Ammo yo isani waan lola yokhaani gurra lola d'ageetani iriifatiina. Wonti kuni qara d'ufu malte, ammo guyyaani muumme qara ingeenne.


Wolhad'iisa d'iotiifi ka fagole ch'ufa ind'ageetani, ammo insodaatiina, wonti kunini ch'ufti d'ufu malte, ammo muummeeni ind'iaanne.


Waaqi kara worraa bane lafa worra iti boojiani suni keesaa baasa. Worrileeni balbala fullo dira suni ch'abse baqata, ammalle hayyuuni worraani deemu AABBO Waaqa.


Waan d'ageetani kana jettani, garaa laaftani insodaatina. Ganna ch'ufa woma hareeti d'ageetani — odu had'iisa lafatifi aka hayyooti lafa lafaani woli haatu.


Duuba anini muduunu suni AABBO Waaqa iraa fuud'e, gosa inni iti na erge ch'ufa obaase.


Anini waan jed'uuni, lafti ya bariu geete, ammo aduuni inuma d'iiti, yo ammalle gaafachu feete deebii gaafad'i.


waan Yakobooni jed'e, Anini beelaa injiru, waan diimtu d'aabu jirtu suni naa kenni. (Suni gula Esauuni Edomu jed'ani.)


Esauuni (akasi jechaani Edomu), lafa gaareeni ta Seiri taa.


Kunini d'aloota Esau, abba gosa Edomu


AABBO Waaqi na yaame waan nani jed'e,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite