Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nehemia 8:11 - KITAABA WAAQA

11 Worri Lawi biyya keesa yae waan jed'eeni, ch'allisa laalefatani imbohina guyyaani kunini qulqullo.

Gade chapit la Kopi




Nehemia 8:11
3 Referans Kwoze  

Kalebuni Musa durati biyya ch'allisise waan jed'e, Nu amma tana kaane lafa suni fud'achu male, nu yaasa. Nu irre jabdu qamna ta dabsanuni.


Amma beena gala jila tolfad'a, daad'ifi sagale d'ad'a qabdu soorad'a, nama inqamnelee keenna. Guyyaani kunini Aabbo Waaqa keenna qulqullo, tanaafi ilaalefatina. Gammadi AABBO Waaqi isanii kennu isani jabeesa.


Duuba biyyiti ch'ufti kaate, worra ufiti galte, nyaate d'udde, waan qabdu woliini geete, waan worri dubbi soomanifi taani ch'ufa hubateefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite