Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nehemia 7:66 - KITAABA WAAQA

66-69 Nami eegi boojiani gale ch'ufti wolti nama - 42,360. Hojattuuni worraa, d'iirafi nad'eeni, nama - 7,337 Sirbituni d'iirafi nad'eeni - 245 Fardooleeni - 736 Gaangeleni - 245 Gaali - 435 Harreleeni - 6,720

Gade chapit la Kopi




Nehemia 7:66
3 Referans Kwoze  

Nami boojiani ka gale ch'ufti wolti nama 42,360. Hojattuuni worraa uwafi d'iirtileeni nama 7,337. Sirbituni d'iirafi nad'eeni 200, fardoleeni 736, gaangeleeni 245, gaali 435, harreleeni 6,720.


Namichi guddaani Yahudi waan worraani jed'e, sagale Waaqa baasani inyaatina, haga qaalluuni Urimufi Thumimuni wohimu d'ufuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite