Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nehemia 4:9 - KITAABA WAAQA

9 Ammo nu Waaqa keenna kad'anne, halkani guyya nama worra suni nuraa eegu tolchine.

Gade chapit la Kopi




Nehemia 4:9
15 Referans Kwoze  

Kurfo taa, eegad'a! Nyaapi keesani Sheet'ani, aka nyeench'a itanaa deeme nama nyaatu barbaada.


Hojja gaargali isaniti d'ufu, na yaamad'a; anini d'ufe, isani baase, isanileeni na faarsitani.


Hojja ch'ufa eegad'a, kad'ad'a, aka waan d'ufa kana ch'ufa jalaa baatani, Ilma Nama dura ejaanjattani.


Tataa, Waaqa kad'ad'a, aka ilaalacha keesa inseene. Lubbuuni imfeeti, ammo nafi indandau.


Namichi waan jed'eeni, Maqaani ke armaa achi Yakoboniti. Atini ya Waaqafi namaani wolmorkitani lachu dabsatte, tanaafi maqaani kanke Israeli taha.


Nyaapi keenna waan jed'e, Haga nu jiddu worra buune worra balleesine huji ejachimnuti, worri woma arge inhubatu.


Worri Yuda sirba kana baase sirbe: Ulfinna baane ufi laafimne, huuri ya guddate nu dabsate, akami dandeenne naabo jaara?


Inni mala malticha balleesa aka harki isaa woma inarganne.


AABBO Waaqi mala gosa d'ibi balleese, herega biyyale yaka.


AABBO Waaqi kiyyiba d'aareese akasiini d'uga jabeesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite