Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nehemia 2:9 - KITAABA WAAQA

9 hayyichi worra gugurda askartitifi askarti fardani yaatu naa kenne, gara lafa Efrati ta ila adu iti d'aabanne. Achini baannaani tatabe hayyicha taani jara gugurda lafa suniti kenne.

Gade chapit la Kopi




Nehemia 2:9
2 Referans Kwoze  

Anini sila ch'eeraafu dandae hayyichaani, askartiti farda, ta karaati nu qorqorate, nyaapa nura d'owartu nuu kenni, injed'uuni; wonti akanatiifi anini qara hayyuuni, Waaqi nama isa barbaadu ch'ufa ineebisa, ammo nama isa iraa gore, inni jibbeti gaargalcha jed'eeni.


Jennaani anini waan hayyichaani jed'e, Yo sii tate tatabe anini worra gugurda lafa Efrati ta ila aduti geesu, naa kenni, aka worri aka anini lafa worra keesaa bahe lafa Yudati taaku na gad'iisu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite