Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nehemia 10:39 - KITAABA WAAQA

39 Worra Israelitiifi worri Lawi mid'aanifi daad'ifi d'ad'a baasani ch'ufa ha mana keesati woi olkayaniti geesuti, fulla miha Mana Waaqa iti olkayanifi fulla qaaloleefi jara Mana Waaqa eegufi sirbituleni iti galtu. Nu Mana Waaqa keenna haga jiru illakimnuu.

Gade chapit la Kopi




Nehemia 10:39
12 Referans Kwoze  

Wolwoldeenna lakisu himmalle, aka nami gari tolchu jiru. Ammo woljabeesiinna, wonti akanatiifi aka guyyaani Aabbo d'iaatu argu jirtani.


waan Waaqaa baasanifi qooda isaa baasani kana ch'ufa keesati olkaya; jennaani akasuma tolchani. Huji suni nami iti mata namicha Lawi toko, ka Konania jed'ani, nami isati aanuleeni oboleesa isaa, ka Shemei jed'ani.


Maro Mana AABBO Waaqa keennatifi anini hormaata si kad'ad'a.


Waan Waaqaa baaftani tokole fulla iti galtaniti inyaatina: qooda mid'aani taanaani, ka daad'i taanaani, ka d'ad'a taanaani, waan loonifi reeni teesani goroomuma d'alte taanaani, waan isani Waaqaa baamna jettani ka katanile taanaani, waan fed'iini baaftanile taanaani, yokhaani waan d'ibile, ka isani Waaqaa baaftani tokole insooratina.


Hojja isani waan ira dansa suni baaftani ka hafe olkeyad'a, akuma abbaani oobru, eegi qooda ufi Waaqaa baase, ka hafe olkeyatu.


Duuba worri achi kae, dira Samariati dachae, askarti balbala dira suni eeduuni waan jed'e, Nu fulla duuli Shamu jiru d'anne, nama tokole achi d'amne; fardooleefi harreelele mukha ira inhiinne, waaroleeni akuma worri biraa yae jirti.


Waan atini ammalle worra Lawitini jettu, Hojja isani qooda AABBO Waaqi d'aala isanii kennu worra Israeli iraa fud'attani, qooda suni, kud'ani keesa toko keesa fuud'a, AABBO Waaqaa baasa.


Jennaani Hezekiani waan biyyaani jed'e, Fulla miha iti olkayani, Mana Waaqa keesati, mid'aasa,


Bara Zerubabelitifi ka Nehemia, worri Israeli ch'ufti guyya ch'ufa wo baase, waan worri baase sunini sirbitu Mana Waaqatifi jara Mana Waaqa eeguni gololchani. Biyyiti worra Lawiti qooda worraa kennite, worrileeni qooda qaalole qaalolee kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite