Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nahumu 3:3 - KITAABA WAAQA

3 Yaabattuuni farda gussite, goraadeefi woraani bibiliqa! Reefi namaa ka muumme inqamne wolti tuulame, nami iti gugufata!

Gade chapit la Kopi




Nahumu 3:3
10 Referans Kwoze  

Hojja t'iyafi woraani kanke bibiliqu, adufi jiileeni ejaanjate.


Siifi duula keetifi golini teetileeni ch'ufti gaareeni Israeli irati hobaatani, reefa keesani allaatiifi bineensi alaa nyaata.


Malaikani AABBO Waaqa fulla duuli Ashuru jiru d'at'e, askarti nama kuma d'ibbafi saddeetami shani hobaafte, boriyyaate lafti bariinaani nami reefa ufuma ch'iisu arge.


Reefa worraa inawaalani akanumati lakisani artumati ajae shame bada; gaareeni ira d'iigi worraa aka laga yaa.


Gaariini dirati baafate dira keesa fulla ch'ufa orie, aka ifse ibidaa ifse, aka angaasu angaa.


Halkani suni malaikaani AABBO Waaqa fulla duuli Ashuru jiru d'at'e, askarti nama kuma d'ibbafi saddeetami shani hobaafte. Boriyyaate lafti bariinaani reefa ufuma ch'iisu argani!


Inni namicha oobru keesaa had'e balleese jennaani, oobru Edeni keesa, gama ilaboru, waan lubbu qaba, ka aka malaikatiifi aflameedi bibillit'u ta gara ch'ufa martu kaye, aka akasiini wonti sunini kara mukha jireennati deemu nama iraa eeddu.


Isani ka nami isani irreemne wolti gugufatani, dandeetani nyaaa keesani tokole dura ejitani ufira inhaatani.


Inni ibidaafi goraadeeni nama lafa ch'ufa keesa jiru, ka wollaala qabu, gaargalcha — nama heddule infit'ani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite