Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nahumu 3:11 - KITAABA WAAQA

11 Ee Ninawi, atinileeni farso d'udde machoofte daalloofta! Atini nama si boojie kaani iraa baqachu feeta.

Gade chapit la Kopi




Nahumu 3:11
19 Referans Kwoze  

Anini nama isani dabsu ch'ufa woli ijeesise, worri d'iiga woli aka farso d'uga. Duuba akanaani nami ch'ufti, aka anini AABBO Waaqa ka isani baase isani balchoomsu, beekhu. Ammalle akanaani Waaqa Yakobo ka irre qabu hubatani.


Biyyiti goda d'akha keesati d'okhate, yokhaani lafa keesati boola qotani aka dallansu AABBO Waaqa dura baqatani, jabeennaafi guddinna isaa duraa bahani.


Gaafasi waan gaareeniini jed'ani. Nurati jiga, ammalle waan kubileeni jed'ani, Nu d'ossa.


Aka hot'e qoraatitiifi gaga buuyo gogodde isani gubani hobaasani!


Fulla worri Israeli wollaala tolche fiit'e gaara irati waaqoota d'ara kad'atu, ta dira Aveni keesa, imballeesani. Qoraatifi doobiini fulla worri sorio irati baasu irati baati. Worri ufi jibbaate gaareeniini, Nu d'ossa jed'e, kubileeni, Nura jiga jed'a.


Lafa teesani ch'ufa keesa magalata d'aa, aka male iyya lalaba. Ammalle waan worra Yudatifi ka Yerusalemutini jettani, wolti baha, dira jabeesani jaaraniti nu yaasa.


Biyyiti goda d'akha keesati d'okhati yokhaani lafa keesati boola qotatti, aka dallansu AABBO Waaqaa duraa baqatani, jabeennaafi guddinna AABBO Waaqa duraa bahani, gaafa inni lafa chochoosu d'ufu.


AABBO Waaqi muduunu daad'i ta dallansuuni isaa guute, harkaa qaba. Inni daad'i suni keesaa buuse, ch'ubbicha ch'ufa obaase, worri fooqisa.


Ee Ninawi, la si had'ani! Irreeni si balleesitu ya d'ufte. Boota jaarad'a! Kara eega! Mart'ifad'a, kurfefad'a!


aka bofa awaara keesa looti; maneeni worraa jajabdu keesa, ka sodaatani hollatani, gad'ufani sodaani AABBO Waaqa keennati deebiani.


Ato worri fiit'e gaara Karmeli gubbati d'okhatele, anini barbaade worra qaba. Yo worri na duraa deeme baariini keesati d'okhatele, anini jawe baariini iti erge nyaachisa.


Anini nama isii mohatu, jara qaqaroofi jaaroleefi askarti worraale ch'ufa farso iti guure macheesa, worri d'aqe rafa, itumaa deebie lafaa inkau. Nami dubbi tana jed'e ana hayyicha AABBO Waaqa gudda.


Gumiini Waaqa waan jettu, Nu maafi arma ch'iimna? Koota, dira jabeesani jaarani d'anne, achiti hobaana. AABBO Waaqi keenna ya duisa nuti mure, had'aa nu obaase, waan nu isati ch'ubbamneefi.


Anini dallansuuni gosa heddu ch'ach'arase d'iiga worraa lafati jisse.


Beena, ufi dadaleesa! Ila ufi duducha, lafa argu dad'aba! Daad'i male machaa! Farso male dadaaqa!


Duuba worri lachu worra Filisti ufi agarsiimnaani worri Filisti waan jed'e, Ilaala? Worri Ebrania, ka qara boola keesati d'okhate, tokooni gadi bauti jira!


Jennaani worra Israeli aka male had'ani lubbu keesaa baasani. Akasi arginaani worri Israeli goda d'akhafa boolafa d'akhayeefa ellaanifa bolbolafa ch'ufa keesati d'okhatani;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite