Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nahumu 2:7 - KITAABA WAAQA

7 Hayyiti qabani jennaani hojaattuuni isii aka sabaliisa ch'aarte lalefatte mata qabatte booti.

Gade chapit la Kopi




Nahumu 2:7
9 Referans Kwoze  

Nuni ch'ufti aka goorjama d'anga d'oomne aka sabalisa boonna. Nu d'uga barbaanne d'amne, nami nu baasu nura fago jira.


Qonqooni tiyya laafte qallatte qonqo sabalisa fakaate. Waan anini hojja ch'ufa tae Waaqa ilaalufi ilti na aarte. Aabbo, gaargala kana ch'ufa keesaa na baasi.


Gumiini ch'ufti ta daawachu d'ufte waan tahe arginaani mata gingilfatte galte.


Gumiini nami hedduuni isa gula yaate. Gumi suni keesa nad'eeni isaa boote lalefate jira.


Laalefad'a, mata qabad'a, oobru gumi tiyya ta zabibutifi ta mid'aani,


Ato Petroni ch'icha tau, garbitiini qaallicha gudda toko d'ufte.


Hagiini aka sabaliisa bale keesaa rifatu rifate gaareeniti baqata. Nami ch'ufti ch'ubbu ufitifi laalefate boha.


Balbalti fullo ta d'aatu galaana irreeni banamte, nami mana hayyuu keesa jiru ch'ufti babakhakhe mudama.


Askartiini teesani nad'eeni fakaati, fullooni dira keesanileeni ya nyaapa keesanii banamte. Ibidi sibiila balbala fullo naabotiini jaarani ch'ufa inguba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite