Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nahumu 2:11 - KITAABA WAAQA

11 Diri goda nyeench'a fakaatu kaani amma meeti? Fullaani kuble nyeench'a iti nyaachisani, ta kormafi d'alaani nyeench'aa iti gale kuble ufii qorqoratu, me?

Gade chapit la Kopi




Nahumu 2:11
17 Referans Kwoze  

Askartini worraa akuma nyeench'a bineensa ijeese, fulla nami dandae ira imbuumnetiini baqate itanu itanti.


Nyaapi sunini aka nyeench'a worrati itane, lafa worraa balleese, diri worraleeni bade, ona tahe lafati hafa.


Jaaroleeni isaa nyeench'a itanu fakaatti; jaallabooti isaa yai beeloofte fakaati, ta sabdoofte lafe haga boriti asi qorattu.


Diri d'artichi d'iiga namaa buusu ya bade. Inni waan heddu qaba, ka saamani fud'atani!


Akuma nyeench'a badda Yordani keesaa bahe lafa doti marra qabdu d'ufu, anini AABBO Waaqi d'ufe, worra Babiloni tassa dira isaani keesaa baqachiisa. Duuba nama anini fohad'eti lafa mohata. Nami na gahu lafa keesa injira? Nami woi na gaafatu injira? Nami lafa fidu, ka dandae nani morku injira?


AABBO Waaqi waan jed'u, Worri Israeli hooliye nyeench'i had'e gargari firfirse fakaata. Qara hayyu Ashuruti worra had'e, eege hayyu Babiloni ka Nebukadreza jed'aniti lafele worraa annifata.


Akuma nyeench'i goda isaa keesaa bahu, akasuma nami gosa ch'ufa balleesu ya gabahe. Inni lafa Yuda balleesu d'ufe. Diri Yuda bade ona taha, nami iti galu injiru.


AABBO Waaqi waan naani jed'e, Ato tissituuni haga feetu lalabde iyyitele, dandeete nyeench'a waan nyaate ira tau iraa inkaaftu. Akasuma wonti dandae ana, AABBO Waaqa gudda, ka d'ufe gaara Sioni nyaapa iraa d'owu d'owa injirtu.


Yudaani kuble nyeench'aa fakaata, ta bineensa nyaatte kaate biraa deemtu. Yo isiini dirirfatte ch'iiftu, eentu dandae kaasa?


Gochiti Israeli aka janna nyeench'a jirti: Isiini haga gargari tatarsaafte nyaate hobaafte waan ijeefte ch'ufa d'iiga d'uduti gadi inch'iiftu.


Namicha, hayyu Misiri aka dansa gorsi waan jettuuni: Atini gosa d'ibi aka nyeench'a mohata, ammo nyeench'a suni ira atini nyaacha galaana dakhaatu fakaata. Atini miila keetiini bisaani booreesite galaana t'ureesita.


Irre woraanatiini worri worra Ashuru suni dabsate, worri suni gaafa worri kaani d'ufe lafa teenna had'u duraa nu baasa.


Nyeench'i bineensa nyaate, d'alafi kuble isaati fooni ira tatarsaase; inni goda ufii fooni tatarsaaseeni guute.


Nama ch'ufa harki iraa bue, garaalleeni aka male laafa.


Ato nyaapi gad'ufu jiru, biyyiti mudamte hollatti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite