Nahumu 1:7 - KITAABA WAAQA7 AABBO Waaqi dansa; guyya gaargala gumi ufii jabeese qorqorata; nama qarqaarsa isa ira fed'atu ch'ufa inuma tissa. Gade chapit la |
qonqo gammadaatifi ta qilit'amatifi qonqo gammada ta guyya fuud'a, d'agayani. Qonqo nama waan galata baasani Mana kiyyaani d'ufe sirbule d'agayani. Worri waan jed'u, AABBO Waaqa gudda galata deebisa, inni dansa, jaalalti isaaleeni haga jiru jireenna teeti. Anini lafa tana eebise finna duri isiini qabdu kaani deebisaafi. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.