Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Nahumu 1:11 - KITAABA WAAQA

11 Ee Ninawi, si keesaa nami hameenna mariate AABBO Waaqati malatu bahe.

Gade chapit la Kopi




Nahumu 1:11
11 Referans Kwoze  

Isani maani AABBO Waaqati malattani? Inni isani fit'e balleesa. Nami tokoleeni iti deebie maro lameeso isaani immorku.


Duuba eege worri seseegi woma keesa injirre toko isati mataqe goli isaa tahe. Worri sunini Rehoboamu, ilma Solomoni, kaima arga d'ageeti womatu inqamne, dabse mala ufi hama gula deebise.


Inni AABBO Waaqa abdad'a jed'e isani insobini. Waan AABBO Waaqa isani baase askarti Ashuru dira keesani iraa deebisu insehina.


Lafa Gilgali keesa gaafasi namicha seseega woma keesa injirre ka Sheba jed'ani ka ilma Bikri, ka gosa Benjaminiti jira. Inni magalata d'ae iyye waan jed'e, Daudini ha baduti! Nu nami tokoleeni isa gula iyyaanu, worra Israeli biraa nu galcha!


Ilmaani Eli nama hamama woma keesa injirre. Worri AABBO Waaqa insodaanne


Waaqi waan nani jed'e, Namicha, jari kunini waan hamtu herege dira kana keesati mala hama namaa d'aa.


Gaargala akamiti worra sire ira ch'iise waan hamtu malatu d'aqaba! Yo lafti bariite, waan irre qabanifi, waan eda malatani kaani tolchani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite