Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 9:4 - KITAABA WAAQA

4 Buuyofi mukhafi waan dotaata tokole intuqiina, ammo nama beesisa Waaqa adda inqamne balleesa jed'aniini.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 9:4
15 Referans Kwoze  

Beeni, dira Yerusalemu kana ch'ufa keesa deemi, nama waan hamtu dira kana keesati tolchani ch'ufaa jed'e laalefate bohu, adda isaani beesisa ira kayi.


Jennaani anini millannaani Ilme Hoola ta garaa Sioni jed'ani gubba ejitu arge. Isa woliini nama kunki d'iba tokotiifi afurtami afuriti jira, ka maqa isaatiifi maqa Abba isaa adda gubba qabu.


Malaikaani qara magalata ufi d'oofte. Bokaa d'akha roobufi ibidi ka d'iigaani wolkeesa makhame lafati jige. Qoodi sadeeso ka lafa gubate, qoodi sadeeso ka mukhaleeni gubate, buyuo dooti ch'ufa gubani.


Jennaani qonqo gara waan lubbu qaba afurrani d'uftu ta akana jettu d'agaye; T'aasa dargaye huji guyya tokoti baasani, t'aasa sadi ka garbu huji guyya tokoti baasani. Ammo d'ad'afi daad'i iyakina! jed'ani.


Jaaroleefi kaimafi dubrafi haawanifi ijoollele ch'ufa fit'a, ammo nama beesisa adda iraa qabu tokole intuqina. Huji suni manuma kiyya kanani iti keeyad'a. Duuba worri jaaroluma fulla Mana Waaqa jirtu taanini iti keeyate.


Yo Waaqi aka worra Misiri fit'u lafa Misiri suni ke bahe, siddoofi mikhikila balbalaa irati d'iiga arge, inni mana keesani baase akasiini waan sila nama fit'a suni isaniti seenu d'owa.


Lubbu Qulqullo Waaqa ilaalefachiisiina; Lubbuuni tunini beesisa Waaqa ka isani gubba jiru, ka aka guyyaani isani balchoomsani d'ufu agarsiisu.


Wonti akanatiifi Kristo d'aratiifi raagi d'ara ind'ufa, akheekhafi waan mama heddu tolchani, aka worra Waaqi fohate sobani, yo sila dandaani.


Dallansuuni namaa faaru guddooni sii d'ufti; nami woraana jalaa bahe jila tante jabeesa.


Duuba AABBO Waaqi waan Sheet'anani jed'e, yoosi anini amma isa siti lakisa, waan isaa ch'ufa waan feetu tolchi, ammo nafa isaa hanqad'i. Jennaani Sheet'ani kae, AABBO Waaqa biraa deeme.


Atini isaafi worra isaatiifi waan inni qabu ch'ufa jabeesite intissine? Atini huji harka isaa ch'ufa eebifte, hori isaa lafa ira indabarsine?


Duuba AABBO Waaqi waan Sheet'anani jed'e, Yoosi, anini amma isa siti lakisa, ammo labbu ch'alla keesaa imbaasiini.


Eegi waan kana anini malaika afuri ta qota lafa afraani ejitu arge, ta bubbe afraani lafa ira d'owartu, aka bubbeeni tokoleeni lafafi galaana yokhaani mukhati imbubimne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite