Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 9:15 - KITAABA WAAQA

15 Duuba malaika afraani taani gadi lakisani; maro hojja tanaafi guyya kanaafi, jia kanaafi ganna kana isii kurfeesani aka qooda sadeeso ka nama lafaa fit'u.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 9:15
9 Referans Kwoze  

Qooda sadeeso ka nama lafaa gaargali kunini sadeenu balleese: ibidafi aarafi qanqeeni afaani fardoole keesaa yaatu.


Malaikaani qara magalata ufi d'oofte. Bokaa d'akha roobufi ibidi ka d'iigaani wolkeesa makhame lafati jige. Qoodi sadeeso ka lafa gubate, qoodi sadeeso ka mukhaleeni gubate, buyuo dooti ch'ufa gubani.


Qoodi sadeeso ka waan bisaani keesa jira ch'ufti raawate, qoodi sadeeso ka hobolo bisaani keesa jirtu balleesani.


Inni eege aka qanjibu ta namaani ch'iniinu qaba, inni eege tanaani jabeenna haga jia shani ch'ufa namaani gaargalchani qaba.


Awaanisaani, Nama inijeesiina, ammo haga jia shani ch'ufa nama gaargalcha jed'aniini. Awaanisi kaani aka yo qanjibuuni nama ch'iniintu nama d'ukubsitu nama d'ukubsa.


Jennaani malaikaani lameeso magalata ufii d'oofte. Waan guddo gaara gudda ibidi iraa bobau fakaatu galaana keesa buusani. Qoodi sadii ka bisaani galaana d'iiga tahe.


Jennaani malaikaani sadeeso magalata ufi d'oofte. Urjiini guddooni, ta aka ifse bobeetu, gubbaa gadi buute, qooda sadeeso ka galaanatiifi ka maddo ira buute.


Eegi ganni kunki toko hobae, Sheet'ana hid'aansa keesaa gadi lakisani, inni


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite