13 Jennaani malaikaani jaeeso magalata ufi d'oofte. Anini qonqo toko d'agaye; isiini fulla waan sorio irati qalani ta worqi ta Waaqa dura ejitu d'ufte.
Jennaani malaikaani shaneeso magalata ufi d'oofte. Anini urji gubbaa lafati gadi buute arge; fura boola qile iti kennani.
Nu qaallu gudda, ka Mana Waaqa qorqoratu qamna.
Wonti akanatiifi Kristoni fakeenna fulla qulqullo, ta nami harkaani mid'aase keesa inseenne. Inni gubbati olgale, fulla inni amma maro teennaafi fuula Waaqa dura eju.
Guyya toko ganna keesa Harunini ha waan mesa fakaata kaani gaafa isaa afraanu d'iiga sorio dabaani ufi iraa baasani ibse, akasiini aada mesa suni guutu. Aada tana ha ganna ch'ufa haga jiru jireenna guutani. Mesaani kunini gara AABBO Waaqa waan guddo qulqullo.
Jennaani anini malaika torbaani ta Waaqa dura ejaanjitu arge; magalata torba worraa kennani.