Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 8:5 - KITAABA WAAQA

5 Jennaani malaikaani waan hit'aana iti aarsani fuute, ibida fulla waan sorio irati qalaniti nat'e lafa buufte. Mandiisufi iyanti lafa d'ufte, gubbaani angaate, lafti chochoote.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 8:5
24 Referans Kwoze  

Mana Waaqa ka gubba jiru banani, sanduqa wold'aqisa kaani Mana Waaqa keesati argani. Duuba hangaasufi dibbeesafi d'uqeesa mandiisutifi chochoiti lafatiifi bokeeni d'akhaani roobe.


Barch'uma guddinna suni keesaa hangaasufi iyanafi mandiisuuni baate. Ammalle barch'uma durale ifse torba ta ibidati bobaa; tunini lubbu Waaqa torba.


Maro tokotu lafti chochoote, yayabi manaleeni chochoe. Hojuma suni balbalti ch'ufti banamte, haadi namaani hid'ani hiikhate.


AABBO Waaqi guddaani tassa d'ufe, mandie lafa chochoose, bubbe isaniti erge, ibida lafati kaye akanaani isani baasa.


Jennaani AABBO Waaqi gubbaa mandie, qonqo Waaqa gudda d'agayani.


inni ha daboola ibida, ka ch'ile miju, waan mesa fakaata kaani iraa fuud'e ammalle hit'aana tumani, ka harka miju fuud'e, Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo taanini d'ufu.


Hojja suni lafti chochoote, qooda kud'anneeso ka dira hobaasani, nami kunki torba, lafti chochoonaani, raawate. Nami hafe sodaate jabeenna Waaqa ka gubbaa faarse.


Jennaani anini Ilme Hoola ta beesisa jaeeso ch'absitu arge. Lafti guddo chochoote, aduuni aka hagogo guratofte, jii aka d'iiga diimate;


Eegi Waaqa kad'atani, fullaani worri iti kad'atu chochoote, worri ch'ufti Lubbu Qulqullooni guutame, soda male dubbi Waaqa dubbatani.


Anini ibida lafati buusu d'ufe, ato sila qara bobae ira dansa!


Lafti toko lafa d'ibi haati, hayyuuni toko hayyu d'ibi had'a. Fulla ch'ufa beelafi lafa chochoititi d'ufa;


Ch'aqasa! Iyyanti dira keesaa d'uftu, yokhaani lalabi Mana Waaqa keesaa d'ufu sunini qonqo nyaapa AABBO Waaqi haalo baafatuti.


AABBO Waaqi qonqo jabdu nama d'ageesise, irre dallansu isaa nama garsiisa. Ibidaafi bokaya guddaafi bokaya d'akhaani roobufi bokaya muumme inqamneti d'ufa.


Jennaani AABBO Waaqi waan jed'eeni, Gadibai me, gaara gubba na dura eji. Jennaani AABBO Waaqi d'aatu isaa dabre, bubbe jabdu gaara ch'ach'absite d'akha fafalansitu gadi buuse — ammo AABBO Waaqi bubbe suni keesa injiru. Bubbeeni taani dabarte jennaani lafti chochote — ammo AABBO Waaqi chochoiti lafa suni keesale injiru.


Duuba isani bale gaara kana gargari kutu keesa baqattani. Isani akuma ababooti teesani duri, gaafa hayyuuni Yuda, ka Uzia jed'ani, lafa fide, lafti chochoote baqatte, baqattani. Duuba AABBO Waaqi kiyya, malaika ch'ufa woliini, gad'ufa.


AABBO Waaqi yayu hayyoota Medi kaase, waan inni Babiloni balleesu fed'ufi. Aki inni waan worri mana isani qulqullo balleesefi haalo baafatu akasi. Worri lafa had'u waan jed'u. T'iya teesani qarad'a! Wonte teesani kurfeesa!


Diirama guyya sadeeso baldooni dumansaa gaara ira mullatte, angaasu argani, mandisule d'agayani, ammalle magalata lalabani d'aani. Nami olla suni keesa jiru ch'ufti nahe hollate.


Malaikaani eele hit'aana ta worqi harka qabdu d'ufte, fulla waan sorio irati qalani ejatte. Hit'aana heddu iti kennani, aka isiini kad'acha worra Waaqaati darte ammalle waan sorio irati qalani ta barch'uma guddinna dura ejitu, dura keetu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite