Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 8:4 - KITAABA WAAQA

4 Aari hit'aana aarsani kad'acha jara qulqullo woliini oli deeme, harka malaika fuula Waaqa dura ejitu keesa.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 8:4
7 Referans Kwoze  

Kad'acha tiyya akuma hit'aana si aarsani fud'ad'i, harka anini si dura qabule aka sorio galgala fud'ad'i.


Nami ch'ufti alati kad'achu jira, hojja inni hit'aana aarsu jiru suni.


Malaikaani eele hit'aana ta worqi harka qabdu d'ufte, fulla waan sorio irati qalani ejatte. Hit'aana heddu iti kennani, aka isiini kad'acha worra Waaqaati darte ammalle waan sorio irati qalani ta barch'uma guddinna dura ejitu, dura keetu.


Aari guddinnaafi jabeenna Waaqa keesaa yau Mana Waaqa guute. Nami tokoleeni Mana Waaqa seenu dad'abe, haga gaargali torbaani ka malaikaani torbaani d'ufteeni hobauti.


Waan mesa fakaata ka hit'aana irati aarsani mukha d'adachatiini mid'aasi.


Inni isi arginaani rifate waan jed'eeni, Maal, Aabbo? Isiini waan jetteeni, Kad'acha teetiifi waan atini maro Waaqatiifi namaa kennitu ya fuula Waaqa durati si qaabatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite