5 Gochiti Yuda kunki kud'ani lamaati, nami beesisa qabu; gochiti Reubeni kunki kud'ani lamaati; gochiti Gadi kunki kud'ani lamaati;
Jennaani henna nama beesisa Waaqa adda gubba qabu nati himani: gosa Israeli ch'ufa keesa nama kunki d'iba tokofi afurtami afuri.
gochiti Asheri kunki kud'ani lamaati; gochiti Naftali kunki kud'ani lamaati; gochiti Manase kunki kud'ani lamaati;