Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 6:8 - KITAABA WAAQA

8 Anini millannaani farda borora toko arge. Nama isa yaabatu maqaani isa Duisa, Fullaani ekheraani teetuleeni isa gula deemte. Jabeenna qooda afreeso ka lafa kennaniifi, aka sheeftifi beelafi d'ukubafi bineensa alaatiini nama fit'ani.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 6:8
26 Referans Kwoze  

Anini gumi tana boola nama due keesaa baasa? Yokhaani duu d'owa? Ee duisa, gaargali kanke me? Ee boola, had'aani tante meeti? Anini iti deebie worra kanaa innahu.


Anini ka jiru! Duri la due ammo amma haga hegerile injira. Fura duisatiifi ka awaalale harkaa qaba.


ka sadeeso bororati hirkisa, ka afreeso dadaamititi hirkisa.


Nami keesani hagi toko beelafi d'ukubaani dira keesati hobaa; hagi toko dira keesaa bahe alati goraadeeni gatani; duuba ka hafele gara ch'ufa gargari firfirse, gula deeme goraadeeni balleesa.


Worri d'ukuba hamaani hobaa, nami tokoleeni worraa bohe inawaalu. Reefi worraa akuma kosi wolirati tuulame lafa ch'iisa. Worri yokhaani woraanaani hobae yokhaani beelaani hobaa. Ammalle reefa worraale allaatifi bineensa alaati nyaata.


Qooda sadeeso ka nama lafaa gaargali kunini sadeenu balleese: ibidafi aarafi qanqeeni afaani fardoole keesaa yaatu.


AABBO Waaqi dua haga jiru jireenna balleese, nama ch'ufa imimaani ira haaqe, ch'eera lafa ch'ufa keesati gumi isaa qabate iraa fuud'a. Dubbi tana AABBO Waaqati jed'e!


Duuba malaika afraani taani gadi lakisani; maro hojja tanaafi guyya kanaafi, jia kanaafi ganna kana isii kurfeesani aka qooda sadeeso ka nama lafaa fit'u.


Ee Duisa dabsachaani tante me? Ee Duisa d'ukubiitini tante me?


Duroomi nama soba; nami sabdichileeni kiyyiba, fulla toko intau — akuma booliti duisaa woma inquumne, innileeni woma inquufu. Tanaafi inni gosa ch'ufa dabsate waan worraa ch'ufa saama.


AABBO Waaqi waan jed'u, Anini worra qurt'umi guuru heddu ga yaama, ka d'ufe worra kana guuru. Duuba eegi suni nama adamo ka gaareenifi kubileefi goda d'akha keesa ch'ufa worra barbaadu gadini d'ufa.


Kapernaumu, waan gubba oldeemtu ufi seeta? Fulla ekhera si buusani. Yo sila waan mama ka si keesati tolchani Sodoma keesati tolchani, diri suni haga arra injira.


Inni d'ufe lafa Misiri had'e dabsata. Nami d'ukubaa qoodani d'ukubaani due, Nama booju qoodani boojiani ammalle nami duisa woraanati qoodani woraanaani dua.


Isiini awaalati si geesite boola keesa si buufti.


Eege ufitiini qooda sadeeso ka urji ch'ufa gubba guurte lafati jissite. Jaweeni taani niiti diquma ind'aliini taani dura ejite aka ilme isii, yo d'alatte, nyaattu.


Ato worri ufi agabsele anini kad'acha worraa ind'agayufi; ammalle yo worri sorio gubanifi mid'aani naa baasele, anini waan suni iraa ingammadu. Ammo fulla suni anini worra woraanafi beelafi d'ukubaani balleesa.


Anini woraanafi beelafi d'ukuba worraatini d'ufe, akasiini lafa anini worraafi ababoota worraati kenne keesaa worra balleesani.


AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini woraanafi beelafi d'ukuba worratiini d'ufe oda shame ka nami nyaachu indandeenne worra tolcha.


siifi qurt'umi taanile ch'ufa lafa goddu bisaani inqamneti d'abba. Ammalle atini akanumati, ka nami tokoleeni si inawaalle, diidumati hafte, anini goblola kanke allaatiifi bineensa ala nyaachisa.


Lafti toko lafa d'ibi haati, hayyuuni toko hayyu d'ibi had'a. Fulla ch'ufa beelafi lafa chochoititi d'ufa;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite