Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 6:5 - KITAABA WAAQA

5 Jennaani Ilmeeni Hoola beesisa sadeeso ch'absite. Ammalle waan lubbu qaba kaani ka afreeso, ka kooti naani jettu d'agaye. Anini millannaani farda guraacha toko arge. Nami isa yaabatu waan woiini biimani harka qaba.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 6:5
11 Referans Kwoze  

Gaari qara fardoole dadaamati hirkisa, ka lameeso guguraatiti hirkisa,


Gaariini fardooleeni guguraatiini hirkiftu mirga qajeele, ka fardo borora ila galchu qajeele, ka fardo daamicha bita qajeele.


Ammalle inni waan jed'e, Namicha, anini sagale worri Yerusalemu argatu iraa kuta. Nami achi keesa tau, ato sagaleefi bisaani qusatu, yaadae gaargala.


Jennaani anini ilme hoola ta beesisa torbaani woraqatani ch'ufani keesaa ka qara ch'absitu arge. Jennaani waan lubbu qaba kaani toko qonqo aka mandiisutiini kooti jettu d'agaye.


Sirba haraa sirbani, waan jed'ani: Aki atini woraqata fud'atte beesisa isi ch'absitu sii malte. Wonti akanatiifi si ijeesani, atini dua teetiini nama Waaqa bitte, gosa ch'ufaafi afaani ch'ufaafi lafa ch'ufa keesa.


Jennaani jaarsi toko waan naani jed'e, Imbohiini, ilaali! Nyeench'i gosa Yuda, ka d'aloota Daudi, ya dabsate, inni beesisa torbaani ch'abse woraqata banu indandaa.


Anini sagale isani iraa kute, duuba nad'eeni kud'ani qit'a ibida takati d'aabate, qit'a sunile qusatti. Ammo yo qit'a suni nyaatanile, beela imbaatani.


Duuba sagale tana wonti atini guyya toko nyaachu malte waan aka moqa gudda shanii; tana male bori asi sagaleeni atini argatu d'ibiini injirtu.


Beelti ya nu qannachiifte haga gogaani keenna aka ibida owuti.


Lafti toko lafa d'ibi haati, hayyuuni toko hayyu d'ibi had'a. Fulla ch'ufa beelafi lafa chochoititi d'ufa;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite