Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 6:3 - KITAABA WAAQA

3 Ilmeeni Hoola ammalle beesisa lameeso ch'absite. anini waan lubbu qaba kaani ka lameeso kooti naani jettu d'agaye.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 6:3
4 Referans Kwoze  

Wonti suni ka qara nyeench'a fakaatti; ka lameeso yabiye looni fakaatti; ka sadeeso fuula aka fuula nama jiru qabdi; ka afreeso risa, barisu fakaatti.


Jennaani anini ilme hoola ta beesisa torbaani woraqatani ch'ufani keesaa ka qara ch'absitu arge. Jennaani waan lubbu qaba kaani toko qonqo aka mandiisutiini kooti jettu d'agaye.


Tanaafi kaani iti d'aabatani, d'akha awaala iti gangalchani kaani beesisa ira kayani, jabeesani askarti eeddu achiti lakisani.


Ilmeeni Hoola beesisa torbeeso ch'absinnaani woniti ch'ufti gubbaa Ch'aqali jette ch'allifte haga nusa saa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite