Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 6:15 - KITAABA WAAQA

15 Jennaani hayyoota lafatiifi jara lafa fidufi askarti gugurdofi dureeyifi worra gugurdafi nami ch'ufti, tisseefi balchaleeni, goda gaara jalati d'eete.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 6:15
19 Referans Kwoze  

Biyyiti goda d'akha keesati d'okhati yokhaani lafa keesati boola qotatti, aka dallansu AABBO Waaqaa duraa baqatani, jabeennaafi guddinna AABBO Waaqa duraa bahani, gaafa inni lafa chochoosu d'ufu.


Hojja AABBO Waaqi lafa chochoosuu d'ufu, biyyiti boolafi goda d'akhaati d'okhati, aka dallansu isaa duraa baqate, jabeennaafi guddinna isaa duraa baatu.


Biyyiti goda d'akha keesati d'okhate, yokhaani lafa keesati boola qotani aka dallansu AABBO Waaqa dura baqatani, jabeennaafi guddinna isaa duraa bahani.


Lafti worrati had'oofti! Aka nama baqatu lafa gamoojitiifi gaareeni gubba yayaani, godafi boola keesa bulani.


aka bofa awaara keesa looti; maneeni worraa jajabdu keesa, ka sodaatani hollatani, gad'ufani sodaani AABBO Waaqa keennati deebiani.


Ammo ammatana gumi isaa yayu saamani, boolafi mana hid'aansa keesati naqani iti ch'ufaani. Worra saamani boojiani, nama worra baasule d'abani.


ilmaani hayyoota ta ufi gugudiftule, diqeese, hayyoota gugurdole mudamsise.


Jennaani worra Israeli aka male had'ani lubbu keesaa baasani. Akasi arginaani worri Israeli goda d'akhafa boolafa d'akhayeefa ellaanifa bolbolafa ch'ufa keesati d'okhatani;


Worri Midiani sunini worra guddo irre worra Israeli ira qabu, tanaafi worri Israeli godaafi boola gaareeni keesati, fulla nyaapi nama ingareeti duraa d'okhate.


Galgala suni AABBO Waaqa oobru keesa deemu d'agayani jennaani d'iirsafi niitiini isaa mukha duubati d'okhatani.


Ifse deebiani si keesati inargani; qonqo intala fuud'atifi gurba fuud'a deebiani si keesati ind'agayani. Daldaltuuni tante duri daldaltu lafa ch'ufa ira jirti, hamaatte atini falfala d'araatiini nama lafa ch'ufa sobde jed'ani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite