Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 22:8 - KITAABA WAAQA

8 Anini, Yohanani, ya waan kana ch'ufa arge d'agaye. Eegi anini waan kana ch'ufa arge d'agaye, anini miila malaika waan kana ch'ufa naa garsiifteti jige guddisu fed'e.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 22:8
6 Referans Kwoze  

Anini miila isiti jige isii guddise, ammo isiini waan naani jette, Lakisi, anini hojattuma aka keetiiti, ammalle aka oboleyaani teeti, worra d'uga Yesoni mullise jabeesu ch'ufa. Waaqa guddisi! Wonti akanatiifi d'uga Yesoni mulliseti raagoota dubbachiisa.


Tunini waan Waaqi Yeso Kristoti mullise, aka inni waan d'iotu taha hojattu Waaqaa agarsiisu. Kristoni malaika ufi Yohanati erge waan kana beesise.


Jennaani anini bineensafi hayyoota lafatiifi duula worra, ka namicha farda yaabatufi duula isa had'u fed'u arge.


Jennaani hayyu Nebukadrezani Danieli guddise isa durati lafaani ufi d'ae waan biyyaani jed'e, sorio baasafi hit'aanale aarsafi.


Ammo Petroni isa olqabe waan jed'eeni, Oljed'i, anileeni akuma kanke namuma.


Anini Yohanani gara gumi torba ta lafa Asia keesa jirtu waan kana t'aafa: Waaqi ka amma jiruufi ka durile jiru, ammalle ka hegerile jiruufi lubbu torbaani ta barch'uma isaa dura teteetufi


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite