Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 22:7 - KITAABA WAAQA

7 Yesoni waan jed'u, Ch'aqasi! Anini d'iotu d'ufa! Ayyaana nama dubbi faga ta kitaaba kana keesa jirtu guutuuti!

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 22:7
12 Referans Kwoze  

Anini d'iotu d'ufa. Waan harkaa qabdu jabeesi, aka nami tokoleeni waan atini dabsatte argattu sira inhanne.


Nami dubbi faga tana soomu eeba argata, nami ch'aqase waan keesa t'aafani guutuleeni eeba argata! Wonti akanatiifi hojjaani wonti kuni taatu ya d'iaatte.


Nami waan kana ch'ufa d'ugeesu waan jed'u, D'uguma, anini d'iotu d'ufa! Ha taatuuti. Kooti, Aabbo Yeso!


Yesoni waan jed'u, Ch'aqaaqasi! Anini d'iotu d'ufa! Nama ch'ufa waan inni tolche gula galata kennaafi.


Ch'aqasa! Anini aka hattu d'ufa! Ayyaana nama rafu dide woya ufi qorqoratu, aka qulla biyya keesa dedeeme inch'eere.


Isiini waan jette, Waan atini argitu kana kitaaba keesati t'aafi, gara gumi torbaani tana ergi: ta Efeso, ta Smirna, ta Pergamo, ta Thiatira, ta Sardi, ta Filadelfia, ta Laodikiale.


Daba iraa deebii yoosi. Yokhaani anini hurrise siti d'ufe, worra suni sheefti afaani kiyya keesa jirtuuni had'a.


Barsiisa ati qara d'ageete fud'atte qaabad'u; jabeesi, daba iraa deebii. Yo atini kau didde, anini aka hattu siti d'ufa, atini hojja anini d'ufule imbeetu.


Anini Yohanani, nama dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu d'agaye ch'ufa gorsa: yo nami waan d'ibi iti dare, Waaqi gaargala kitaaba kana keesati t'aafani nama suniti dara.


Yo nami waan tokole fagiisa kitaaba kana keesaa fuud'e, Waaqi qooda mid'aani mukha jireenna isa duraa fuud'a, qooda isaa ka Dira Qulqullole, ka kitaaba kana keesati t'aafani.


Eebiti Aabbo Yeso ha nama ch'ufa woliini teetu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite