Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 22:20 - KITAABA WAAQA

20 Nami waan kana ch'ufa d'ugeesu waan jed'u, D'uguma, anini d'iotu d'ufa! Ha taatuuti. Kooti, Aabbo Yeso!

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 22:20
15 Referans Kwoze  

Yesoni waan jed'u, Ch'aqasi! Anini d'iotu d'ufa! Ayyaana nama dubbi faga ta kitaaba kana keesa jirtu guutuuti!


akasuma Kristole maro toko sorio baasani, aka daba nama heddu baasu. Inni maro lameesole indeebia, aka daba balleesuuniti, ammo aka worra isa eegatu baasu.


Yesoni waan jed'u, Ch'aqaaqasi! Anini d'iotu d'ufa! Nama ch'ufa waan inni tolche gula galata kennaafi.


Amma galata dabsachaati na eegata, ammo sure d'ugaa ta Aabbooni jaallabi d'ugaa guyya suni naa kennuti na eegata, na ch'allaaniti ammo worra jaalalaani d'ufiisa isaa eegu ch'ufa.


Nami Aabbo injaalanne ch'ufti ha abaaramuuti! Maranatha — Aabbo keenna, kooti!


Ammalle isiini waan naani jette, Dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu ind'ossiini, yoi wonti kunini ch'ufti taatu ya d'iaate.


Guyya suni nami ch'ufti waan jed'u, Inni Waaqa keenna! Nu isa abdanne, innileeni ya nu baase. Inni AABBO Waaqa! Nu yayu isa abdanne, amma waan inni nu baaseefi gammada qamna.


Yohanani ya waan arge ch'ufa hime. Kunini d'aamsa isaa ka waan dubbi Waaqatiifi d'uga Yeso Kristoni mullise himu.


Anini Yohanani, nama dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu d'agaye ch'ufa gorsa: yo nami waan d'ibi iti dare, Waaqi gaargala kitaaba kana keesati t'aafani nama suniti dara.


Ammalle waan heddu d'ibiti jira ka Yesoni tolche. Yo sila ch'ufa t'aafani, mala kiyya, laftileeni kitaaba hagasi ch'ufa dandeete imfuutu.


Anini ka jiru! Duri la due ammo amma haga hegerile injira. Fura duisatiifi ka awaalale harkaa qaba.


Nati gadi kooti, bad'aaso kiyya aka hiddi, aka korma gugufto ka gaara fororsa ira deemu.


Akuma t'aafiini jettu, D'iotu, nami d'ufu jiru ind'ufa, inturu.


Daba iraa deebii yoosi. Yokhaani anini hurrise siti d'ufe, worra suni sheefti afaani kiyya keesa jirtuuni had'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite