Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 22:18 - KITAABA WAAQA

18 Anini Yohanani, nama dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu d'agaye ch'ufa gorsa: yo nami waan d'ibi iti dare, Waaqi gaargala kitaaba kana keesati t'aafani nama suniti dara.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 22:18
23 Referans Kwoze  

Waan anini isaniini tolcha jed'e ch'ufa tolcha: Waan tokole iti indarina, yokhaani inhanqisiina.


Waan anini isani barsiise waan d'ibi iti indarina, ammalle womale keesaa imbaasina. Seera AABBO Waaqaa keesani, ka anini isaanii kenne, jabeesa guuta.


Yo atini waan Waaqi injed'ini, Waaqati jed'e jette, inni kiyyiba kanke diidati baasa.


Nami dubbi faga tana soomu eeba argata, nami ch'aqase waan keesa t'aafani guutuleeni eeba argata! Wonti akanatiifi hojjaani wonti kuni taatu ya d'iaatte.


Yesoni waan jed'u, Ch'aqasi! Anini d'iotu d'ufa! Ayyaana nama dubbi faga ta kitaaba kana keesa jirtu guutuuti!


Hojja eegi waan kana ch'ufa gartanile na ch'aqasu diddani, anini gaargala keesani maro torba iti dara.


anini dallansu tiyya keesa isaniti gargale gaargala keesani haga qarale ira guddisa.


Jennaani anini akheekha waan mama d'ibi gubbati arge: malaika torba ta gaargala torba harkaa qabdu. Tunini gaargala eegeeti, tanaani dalansuuni Waaqa hobaati.


Akanaani nami tokoleeni oboleesa ufiti dabe waan isaa iraa imfud'atiini. Nu waan kana qara isaniti himne, ya isani guddo gorsine, aka Aabbooni worra waan akana kana tolchu balleesu.


Inni waan jed'e, Mukha Abbaani kiyya ka gubba inobriini ch'ufa imbuqisani.


Anini Yesoni, ya malaika tiyya isaniti erge, aka waan kana gumiti himu. Anini hiddafi d'aloota Dauditi; anini bakalcha ganamaani ifsu.


Bineensa kaanifi raaga d'ara, ka waan mama isa durati tolche, woliini qabani. Inni qara waan mama kanaani worra beesisa bineensa ufiraa qabu sobe, worra fakeenna bineensa ka boch'ani kad'atele. Bineensafi raagi d'ara, ato jiranu, galaana ibida keesa buusani gubani.


Malaikaani torbaani ta gaargala torba harkaa qabdu keesaa yaate, woya boofta adi uyifatani, woya worqi qomati maratani.


Gara malaika gumi Laodikia waan kana t'aafi, Tunini dubbi Amini jed'u, inni ka d'ugefataniifi ka d'ugaati, Waaqi waan ch'ufa isaani uume.


Maqa Aabbootiini anini waan kana jabeese jed'a: aka worra Waaqa imbeenne, ka qalbiini worraa woma imbaanne,


Isani ka nami isani irreemne wolti gugufatani, dandeetani nyaaa keesani tokole dura ejitani ufira inhaatani.


Nama maqa isaa kitaaba worra jiru keesati int'aafiini ch'ufa galaana ibida keesa buusani.


Jennaani Sheet'ana, ka worra sobe, galaana ibida keesa buusani, fulla bineensafi raaga d'ara qara buusani, halkani guyya haga hegeri worra gaargalchani.


Ammo isiini waan naani jette, Lakisi, anini akuma keetiifi akuma oboleyaani tante ta raagootatiifi akuma nama dubbi kitaaba kana keesa jiru guutu ch'ufa hojattu. Waaqa guddisi!


Ammalle isiini waan naani jette, Dubbi fagiisa ta kitaaba kana keesa jirtu ind'ossiini, yoi wonti kunini ch'ufti taatu ya d'iaate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite