Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 21:21 - KITAABA WAAQA

21 Fullooni kud'ani lamaani dooqa kud'ani lamaati fullo ch'ufa dooqa tokooni mid'aasani karaani dira worqi ch'alla, guddo bibiliqa.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 21:21
10 Referans Kwoze  

Naabo suni d'akha ch'ulkichaani ijaarani, ammo dira worqi qulqullooni ijaarani ta guddo bibilit'u.


Niitiini woya diimtufi daalati uyifatte, miha worqitiifi d'akha mimid'aagafi dooqa naqatte. Mudunu worqi ta waan t'uri qaba qabduufi ta t'uri algalooma isii qabdu harkaa qabdi.


Jiddu kara dira keesa yau. Moga galaana lachu mukha jireennati eja, ka ganna toko keesa mid'aani maro kud'ani lama d'alu, jia ch'ufa maro toko; baali isaa qorsa nama gosa ch'ufaati.


Waan daba! Gaargala dira guddati! Duri woya booftatiifi diimtufi shiida uyifatte, fayya worqitiifi faya ch'uch'uluqa dooqa naqatte!


Dinqi suni d'eerinnafi ballinafi old'eerinni isaaleeni d'und'uma diddama, ammalle ch'ufa worqi ch'allaani ch'okhani mid'aasani. Waan sorio irati baasanile mukha hind'eesatini mid'aasani.


Barch'uma suni durale waan aka galaana dawiti ka bibiliqaati jira. Ammalle d'awatu barch'uma suni, gama ch'ufa waan lubbu qaba afuriti jira ka ila duraafi duubale qabdu.


Malaikaani naani dubbate ule worqi ta d'eerinna diratiifi fullo isaatiifi naabooni biimani harkaa qabdi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite