Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 21:15 - KITAABA WAAQA

15 Malaikaani naani dubbate ule worqi ta d'eerinna diratiifi fullo isaatiifi naabooni biimani harkaa qabdi.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 21:15
10 Referans Kwoze  

Daayya d'ibi keesa anini nama haada woini biimani harkaa qabu arge.


Inni maneeni sunitini na d'iannaani, anini nama aka sibiila diima bibiliqu arge. Inni haada horogeetiifi ule woini biimani harkati qabate, balbala mana toko keesa eja.


Duuba anini, Eesaa deemta? jed'e gaafad'e. Inni, Yerusalemu d'eerinnafi ballinna isii biimu deema naani jed'e.


Diri kunini naabo d'akhaa jaarani d'eertu qaba, ta fullo kud'ani lama qabdu, Ammalle malaikaani kud'ani lama fullo suni tissite. Fullo gubbati maqa gosa kud'ani lama ta gosa Israeli t'aafani.


Mogaani dira ch'ufti qit'e, d'eerinnafi ballinileeni. Malaikaani ule ufitiini dira biimite, meeli kunki tokotiifi d'iba shani lafa ira d'eerate, old'eerinafi ballinileeni hagasuma.


Fullooni kud'ani lamaani dooqa kud'ani lamaati fullo ch'ufa dooqa tokooni mid'aasani karaani dira worqi ch'alla, guddo bibiliqa.


Fullooni dira guyya ch'ufa banisa qabdi haga jirani inch'ufani maro halkani injireefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite