Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 2:6 - KITAABA WAAQA

6 Ammo fulla tana goomta: huji worra Nikolai jed'ani akuma anini jibbe aatileeni jibbita.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 2:6
7 Referans Kwoze  

waan hamtule inoobsu. Anini adaba nama Waaqa iraa goru injibba; worra akasi suni waan worri tahu iti ind'iad'u.


Anini nama waan hamtu tolchu wahelchu infed'u, ch'ubbichale woma ira inqabu.


Jennaani raagi toko, ka Yehu ilma Hanani jed'ani, gara hayyu d'aqe waan jed'eeni, Atini nama, nama ch'ubbicha qarqaare, nama AABBO Waaqi jibbe jaalatu waan inni waan dansa tolche seeta? Waan atini akasi tateefi, dallansuuni AABBO Waaqa ya si qabate.


Nami gurra qabu, waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini mid'aani mukha jireenna, ka oobru Waaqa keesati bahu, nyaachisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite