Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 19:21 - KITAABA WAAQA

21 Duula worraa, sheefti afaani namicha farda yaabatu keesa baatuuti fit'e: allaatiini haguma dandeetu ch'ufa fooni worraa nyaatte.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 19:21
4 Referans Kwoze  

Inni urji torba harka mirgicha qaba, aflameedi qara qabduti afaani isaa keesa jira. Fuuli isaa aka adu guyya gudda ifsa.


Gaafa kud'annaani atini garteefi bineensileeni sharmut'iti taani injiba; waan isiini qabdu ch'ufa fud'atani, qulla isii lakisani; fooni isii nyaatani, ibidaani isii gubani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite