Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 19:2 - KITAABA WAAQA

2 Qorsumaani isaa ta d'ugatiifi ta qajeelaati! Inni ya sharmut'iti guddo ta hameenna ufitiini lafa balleesite wollaala iti mure. Waaqi ya maro isiini tissele isaa fit'eefi gaargalche jettu.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 19:2
16 Referans Kwoze  

Isani gochiti ch'ufti, gumi AABBO Waaqa faarsa; wonti akanatiifi inni nama worra ijeesu gaargalcha. Inni nyaapa ufi haalo baafate, daba gumi isaa ch'ufa araaramaafi.


Qonqo guddooni iyani waan jed'ani, Waaqa Gudda, qulqullofi ka d'uga! Atini yoomi worra lafaa wollaala iti murte, maro worri nu ijeeseefi worra gaargalchita?


Gammada, maro badi isaatiifi, Ee Gubba! Gammada, worra Waaqatiifi ergattufi raagoota! Waaqi ya maro waan inni isani tolcheefi isa qore!


Inni haalo baafate worra gaargalcha; guyyaani worri baddu ya d'iaate; guyyaani worri d'umatu ya ala hobae.


Isiini daad'i ufi gosa ch'ufa obaafte, daad'i jabdu ta d'araani isii hamtu. Hayyooti lafaa isi woliini rafte, daldaltuuni lafaa d'araa isi hamtuuni duroomte.


Sirba Musa hojattu Waaqatiifi sirba Ilme Hoola sirbu jirani: Aabbo, Waaqa Gudda, wonti atini tolchitu ch'ufti waan mamaati! Karaani kanke ka d'ugaati ammalle qajeela!


AABBO Waaqa sodaachani waan dansa, sodaani tunini haga jiru jireenna teeti. Murani AABBO Waaqaa ta d'ugaati; diqole wollaala inqabdu.


Ee AABBO Waaqa, atini Waaqa kiyya; anini si guddise maqa kanke faarsa. Atini yayu waan mama tolchite, waan duri malatte ch'ufa aka dansaa guute.


AABBO Waaqi jaba aka d'akha, ka wonti inni tolchu ch'ufti d'uga. Inni Waaqa d'uga, ka d'ugeefatani, ka qajeelafi d'ugaa tolchu.


Gudda kanke hayyicha ilma Ahabu ijeesi, aka anini Yezebeli, waan isiini raagoota tiyyafi hojattu tiyyale ijeefteefi, gaargalche haalo baafad'u.


Jennaani gubbati kori tae dubbi suni laalani, jabeenna isaa iraa fuud'ani aka hama isa balleesani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite