Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 19:19 - KITAABA WAAQA

19 Jennaani anini bineensafi hayyoota lafatiifi duula worra, ka namicha farda yaabatufi duula isa had'u fed'u arge.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 19:19
14 Referans Kwoze  

Jennaani lubbuuni taani fulla afaani Ebraniatiini Har-Magedoni jed'aniti hayyoota ch'ufa wolti guurte.


Tunini lubbu jinni ta waan mama tolchitu. Lubbuuni tunini sadeeni gara hayyoota lafa ch'ufa yaati, aka hayyoota tana guyya jaba ka Waaqa Gudda had'iisafi wolti yaamtu.


Hayyooti lafa tana isi woliini rafte, hameenna tolchite, aara gubacha isii keesa yau argite booti.


Waan inni mala qabuufi, inni kara isaa dabdicha sunini wo dabsata. Inni ufi saade kiyyibe dagu nama hobaasa. Ammalle hayyu hayyu ch'ufa ira guddaleeni morka ammo harka namaa male isa balleesani.


Malaikaani d'ibiini, ta sadeeso, lamaani taani gula deemte waan jette, Yo nami tokoleeni bineensafi akheekha isaa ka boch'ani guddise, ammalle akheekha adda yokhaani harka ufi ira argate,


Yo worri d'aamsa ufi hobaafate, bineensi boola qile keesaa gadi bahu worra had'a. Dabsateti ijeesa,


Duula worraa, sheefti afaani namicha farda yaabatu keesa baatuuti fit'e: allaatiini haguma dandeetu ch'ufa fooni worraa nyaatte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite