Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 19:18 - KITAABA WAAQA

18 Koota, fooni hayyootatiifi ka abbooti duulatiifi ka askartitiifi ka fardatiifi ka nama farda yaabatutiifi fooni nama ch'ufa, tisseefi balchale, diqaafi guddale nyaad'a jette.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 19:18
18 Referans Kwoze  

Jennaani hayyoota lafatiifi jara lafa fidufi askarti gugurdofi dureeyifi worra gugurdafi nami ch'ufti, tisseefi balchaleeni, goda gaara jalati d'eete.


Anini worra harka nyaapa isaani, ka worra ijeesu fed'uti kenne, reefi worraa sagale allaatitifi ta bineensa ala taha.


Fulla tanati anini mala worra Yudatifi ka Yerusalemu balleese, harka nyaapa keesa buuse, nyaapi sunini worra had'e dabsate, aninileeni reefa worraa allaatifi bineensa ala nyaachisa.


Worri d'ukuba hamaani hobaa, nami tokoleeni worraa bohe inawaalu. Reefi worraa akuma kosi wolirati tuulame lafa ch'iisa. Worri yokhaani woraanaani hobae yokhaani beelaani hobaa. Ammalle reefa worraale allaatifi bineensa alaati nyaata.


Reefi sunini sagale allaatitifi bineensa ala taha, nami iraa d'owuleeni injiru.


AABBO Waaqi guyyuma kana harka kiyyati si kenne anini sii d'ae mata sira kuta. Ammalle reefa askarti Filisti allaatiifi bineensa ala nyaachisa. Duuba akasiini nami lafa keesa jiru ch'ufti, aka Israeli keesa Waaqi jiru, beekha.


waan jed'eeni, Anini fooni kanke allaatiifi bineensa nyaachisa.


Yo isani dootani, reefa keesani allaatifi bineensa alati nyaata, nami isani ira d'owu injiru.


Bineensi kaani nama ch'ufa, diqaafi guddale, dureesafi hiyyeesale, tisseefi balchale, beesisa harka mirgichafi adda gubba keyachiise.


Jari isaa waan jed'eeni, Aabbo, fullaani suni eesa? Inni waan jed'eeni, Allaatiini fulla reefi jiruti buuti.


Fulla reefi jiruti allaatiini buuti.


siifi qurt'umi taanile ch'ufa lafa goddu bisaani inqamneti d'abba. Ammalle atini akanumati, ka nami tokoleeni si inawaalle, diidumati hafte, anini goblola kanke allaatiifi bineensa ala nyaachisa.


AABBO Waaqi guddaani waan nani jed'e, Namicha, allaatiifi bineensa gosa ch'ufa yaami waan jettuuni, gara ch'ufaa wolti koota, sorio anini isanii kurfeese tana nyaad'a. Sorioni gaareeni Israeli irati tolchani tunini sorio guddo, ta isani fooni nyaattani d'iiga d'uddani quuftani.


Worri Waaqa imbeenne ya dalane, ammo dalansuuni tante ya d'ufte, hojjaani worra due qoranile; ammalle hojjaani hojattu tante raagootafi nama ch'ufa, diqaafi guddale, nama si sodaatu ch'ufa galata kennaniifi ya d'ufte. Yoi nama lafa balleesu balleesani ya gahe!


Gaafa kud'annaani atini garteefi bineensileeni sharmut'iti taani injiba; waan isiini qabdu ch'ufa fud'atani, qulla isii lakisani; fooni isii nyaatani, ibidaani isii gubani.


Jennaani fulla barch'uma guddinnati qonqooni gadi baate waan jette, Waaqa keenna faarsa, hojattuuni isaa ch'ufti, nami ch'ufti diqaafi guddaleeni, nami isa sodaatu ch'ufti!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite