13 Woyaani inni uyifate d'iiga qabdi. Maqaani nami isaani beekhu dubbi Waaqaati.
Duri qara fiit'e, ato lafti inuumamiini, dubbi jira. Dubbini suni Waaqa woliini jirti, dubbini suni Waaqa.
Dubbini nama taate, jiddu teenna teete, nu guddinna isaa agarre, akuma guddinna Ilma tokocha ka gara Abbati bahe, ka eebafi d'ugaani guutame.
Nami d'ugaa qajeelani hojja ch'ubbicha gaargalchani ingammada; inni d'iiga ch'ubbichaa keesa deema.
Fullaani zabibu iti ch'ach'arasani moga dira jirti. Achiti ira sirbani d'iigi fulla suni keesa yae, lafa ira d'eerinni isaa meeli d'ibba tokofi sagaltama, ammalle d'und'uma afuri gadi qile.
Nu waan Dubbi jireenna ta haguma duriiti jirtu t'aamna: nu ya gurra keennaani d'ageenne, ila teennaani agarre dawanne, harka keennaani tunne.
Kobele worra duulaatiifi woya isaani, ta d'iigi balleese, ibidaani gubani.
D'uga saditi jira,