Mudhii Yohaannisii 18:5 - KITAABA WAAQA5 Wonti akanatiifi daba isii haga gubba gahuti wolti tuulani. Waaqi kara isii hama inqaabata. Gade chapit la |
Duuba raaga AABBO Waaqa tokoti jira, ka Odedi jed'ani, ka worri isaa Samaria. Inni duula Israeli ka Samariati galu jiru fuula keesa d'ufe waan jed'eeni, AABBO, Waaqi ababoota teesani, ya worra Yudati dallane worra harka keesaniti kenne, ammo amma tana inni aka isani worra qaqaltani suni layu d'agaye.