Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 18:1 - KITAABA WAAQA

1 Eegi waan kana anini malaika d'ibi ta gubba gadi buutu arge. Isiini jabeenna gudda qabdi, lafti ch'ufti mid'aaguma isitiini ifsite.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 18:1
8 Referans Kwoze  

jennaani anini artiti ifsa bibiliqu, ka aka AABBO Waaqi Israeli arti jiru garsiisu, ka ilaboruti gad'ufu, arge. Qonqooni Waaqaa aka d'awa baariini dibbifte laftileeni ifsa bibiliqu kaaniini guyyaate.


Akuma angaasuni moga tana angaate taanti ifsitu, guyyaani Ilma Namaleeni akasuma taha.


Diri ifse adutiifi jia imfed'u, waan guddinni Waaqa iti ifse, Ilmeeni Hoolaleeni ifsa taatuufi.


Jennaani malaika torbaani, qori torbaani harkaa qabdu keesa toko, gara kiyya d'ufte waan naani jette, Kooti aka sharmut'iti guddo gaargalchani sii garsiisa, isiini dira gudda kaani, ka afaani galaana hedduti jaarani.


Jennaani anini malaika guddo d'ibi, ta gubbaa gadi buutu arge. Isiini dumansa aka woya keyatte, ule Waaqa matati mamaratte; fuuli isii aka adu jira, miili isii aka utubaa ibida jira.


Jennaani Hamaani Suni mullate, Aabbo Yesoni hafuura afaani isaatiini isa ijeese, d'ufiisa isaa ka guddinnatiini lafaa isa balleesa.


Malaikaani Waan naani jette, Maafi maadefatte? Anini waan d'ossa ka niititiifi waan bineensa isii baatu, ka mata torbaafi gaafa kud'ani qabu siti hima.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite