Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 17:8 - KITAABA WAAQA

8 Bineensi atini argate suni duri injira, ammo amma injiru; diquma boola keesaa imbahiini, aka balleesani. Nami lafa keesa jiru, ka maqa worraa, ato lafti inuumamiini, kitaaba jireenna keesati int'aafiini, yo bineensa suni ilaalani imaadefatani. Wonti akanatiifi inni duri injira ammo amma injiru, hegeri imullata.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 17:8
28 Referans Kwoze  

Bineensi duri jiru, ka amma injirre, hayyu saddeeteesooti, ka torbaani kaani ke jiru, ammo kae deemu, aka balleesani.


Yo worri d'aamsa ufi hobaafate, bineensi boola qile keesaa gadi bahu worra had'a. Dabsateti ijeesa,


Waan atini aka anini, Obsi siini jed'e, obsiteefi, anini gaargala lafa ch'ufati d'ufe nama lafa ch'ufa ilaalatu duraa si baasa.


Nama dabsatu woya akana adi uyisaniifi ammalle maqa isaa kitaaba jireenna keesaa imballeesu. Aabboofi malaika isaa durati aka worri nama kiyya diideese hima.


Duuba Hayyuuni waan hooliye harka mirgatiini jed'u, Abbaani kiyya ya isani eebise, koota, guddinna haga lafa uumani isani mid'aasani seena.


Ammalle anini nama due, diqaafi guddale, ka barch'uma guddinna dura tatau arge. Kitaaba heddu banani ammalle toko d'ibile banani, kitaaba worra jiru. Worra qara due waan worri tolche gula qorani, akuma kitaaba keesati t'aafani.


ta jireenna hegeri abdattu barsiiftu worra barsiisu. Waaqi, ka d'ara indubbanne, ya jireenna kana duru nuu kakhate,


Ato lafa inuumiini, Waaqi ya Kristo keesa nu fohate, aka nu qulqulloomne wollaala male isa dura yaanu. Maro jaalala isaatiifi


Ee Aabbo, aka nami atini naa kennite suni fulla anini deemu na woliini tau fed'a, aka guddinna kiyya ka atini naa kennite argani; wonti akanatiifi atini ato lafti inuumamiini na jaalatte.


Ato anini tae ilaalu, gaafa diqa kaani, ka tae kiyyibe ufi saadu, d'agaye. Jennaani ato anini tae ilaalu bineensa afreeso kaani ijeesani reefa isaa ibida keesa buusani gubani.


Nama maqa isaa kitaaba worra jiru keesati int'aafiini ch'ufa galaana ibida keesa buusani.


Jennaani Sheet'ana, ka worra sobe, galaana ibida keesa buusani, fulla bineensafi raaga d'ara qara buusani, halkani guyya haga hegeri worra gaargalchani.


Aabbooni, ka duri waan kana ch'ufa nama beesise akana jed'a.


Inni waaro isaa ta hayyule jiddu baariinitifi gaara Mani Waaqa iraa eju d'ad'aaba. Ammo taatule inni ka wahela inqamne qofuma dua.


Jennaani gubbati kori tae dubbi suni laalani, jabeenna isaa iraa fuud'ani aka hama isa balleesani.


Ammalle ato anini tae laalu, bineensi afreeso gadi bahe kunini gudda, hama, nama sodaachisu. Ilkaani isaa ka sibiilatini waan ijeesu gargari ch'ire ira ejaanjata. Inni bineensa kaani ch'ufa iraa gore, gaafa kud'ani qaba.


Ato lafa inuumiini Waaqi isa maro teesaniifi fohate, guyya muumme kana isa mullise.


Maqa worra kitaaba kanke ka jireenna keesaa balleesi, gumi tante keesale worra kuti.


Jennaani bineensi afuri, ka gosa gosa, Baariini suni keesaa gadi yae.


Jinniini Yeso kad'atte aka inni boola keesa worra imbuumne.


Ammo waan jinniini isani sarmitufi ingammadina, ammo maro maqa keesani gubbati t'aafanifi gammada.


Hayyooti lafa sharmut'iti tana woliini hameenna tolchite, nami lafaa ch'ufa farso hameenna isii kaani d'uge machae.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite