Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 16:5 - KITAABA WAAQA

5 Anini malaika bisaani ta akana jettu d'agaye: Atini qorsuma tolchite tana keesati ka d'ugaati, Ee Qulqullo, ka ammafi durile jiru.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 16:5
18 Referans Kwoze  

Waan jette, Aabbo Waaqa Gudda, ka ammafi durile jiru! Nu galata sii deebimna, waan atini jabeenna kanke agarsiifte finna lafa iti keyatteefi!


Aabbo Waaqi guddaani waan jed'u, Anini Alfafi Omega, ka amma jiruufi ka durile jiru ammalle ka duranale jiru.


Anini Yohanani gara gumi torba ta lafa Asia keesa jirtu waan kana t'aafa: Waaqi ka amma jiruufi ka durile jiru, ammalle ka hegerile jiruufi lubbu torbaani ta barch'uma isaa dura teteetufi


AABBO Waaqi waan tolchu ch'ufa d'ugaani tolcha; waan tahu ch'ufa keesa naasu qaba.


Wonti lubbu qaba suni ch'ufti koola jaa qabdi alaafi keesale ila qabdi halkani guyya sirba illakiftu. Qulqullo, qulqullo, qulqullo, Aabbo Waaqa gudda, ka duri jiru, ka ammalle jiru, ka hegerile jiru jette sirbite.


Ammo garaani kanke jaba hama. Tanaafi atini qorsuma tante, ta gaafa dalansufi qorsumaani Waaqa ta d'ugaa mullattule, iti darachu jirta.


Ammo AABBO Waaqi ka d'ugaati, inni ya tissooma keesaa na baase na balchoomse.


Atini nama ch'ubbu inqamne dandeete ka ch'ubbu qabu woliini inhobaaftu. Suni sii imfakaattu. Yo atini akasi tolchite, ka ch'ubbu qabuufi ka ch'ubbu inqamneleeni woliini hobaa. Wonti kunini diqole intaatu. Jaallabi lafa tana ch'ufaa waan d'uga intolchu?


Jennaani anini qonqo fulla waan sorio, irati qalani ta, Aabbo Waaqa gudda! Qorsumaani tante ta d'ugaati jettu d'agaye.


Yo d'arti nu tolchine d'uga Waaqa agarsiifte ho? Maani jenna? Waaqi, hojja nu gaargalchu, inni nu inqajelchine jenna? (Aka namaa dubbachu jira.)


Ee AABBO Waaqa keenna, atini badi isani balleesa jette illakimne, wonti akanatiifi waan d'uga tolchita, nuleeni si inch'aqamne.


Ammo AABBO Waaqi ka d'ugaati, ato anini isa didele. Nami lafa ch'ufa na ch'aqasa, gaargala kiyya kana arga, kaima kiyya ka d'iiratifi ka uwale yayu boojiani.


Qorsumaani isaa ta d'ugatiifi ta qajeelaati! Inni ya sharmut'iti guddo ta hameenna ufitiini lafa balleesite wollaala iti mure. Waaqi ya maro isiini tissele isaa fit'eefi gaargalche jettu.


Jennaani malaikaani sadeeso galaanafi maddo bisaaniti qori ufi jissite, duuba d'iiga tahani.


Ee Aabbo d'uga, nami lafa qara si imbeekhu, ammo anini si beekha, jari kunileeni aka atini na ergite beekha.


Qonqo guddooni iyani waan jed'ani, Waaqa Gudda, qulqullofi ka d'uga! Atini yoomi worra lafaa wollaala iti murte, maro worri nu ijeeseefi worra gaargalchita?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite