Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 16:3 - KITAABA WAAQA

3 Jennaani malaikaani lameeso qori ufi galaanati jissite. Bisaani ch'ufti aka d'iiga nama due tahani, wonti galaana keesa jira ch'ufti rawatte.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 16:3
10 Referans Kwoze  

Worri jabeenna bokaa d'owu qaba, aka haga worri d'aamsa Waaqa dubbatu bokai imbuune. Jabeenna maddo bisaani ch'ufa d'iiga tolchaniini qabani; ammalle jabeenna gaargala gosa ch'ufa hojja fed'ani ch'ufa lafaani d'ufani qabani.


Inni galaana worra d'iiga tolche qurt'umi worraale hobaase.


Inni bisaani galaana d'iiga tolche, worri Misiri waan d'ugu d'abe.


Woraqata diqa banisa qabu toko harkaa qabdi. Miila isii mirgicha galaana gubba keyatte, bitaacha lafa goddu gubba keyatte,


Anini aka nad'eeni huji sharmut'a hojate d'iiga nama jissitu wollaala iti murani, wollaala siti mura. Duuba anini, ka dallansu qabu, si gaargalche dua siti mura.


Wonti lubbu qaba, ka lafa gubbaa jira, haguma geetuuni hobaate.


Jennaani anini bineensa toko ka galaana keesaa bahu arge. Gaafa kud'anifi mata torba qaba, gaafa ch'ufa ira sure hayyumati jira, mata ch'ufa irati maqa hamama t'aafani.


Nami hedduuni dubbi isaa d'ugefate batifame, nami haga kunki sadi gumiti darame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite