20 Lafti jiddu bisaani keesa jirtu badde, gaareeni ch'ufa lafa d'abani.
Gubbaani aka woraqata dachaasani badde, gaarafi lafti jiddu bisaani keesa jirtu ch'ufti fulla ufiiti deemte.
Jennaani anini barch'uma guddinna adi guddafi nama ira taule arge. Lafafi gubbaleeni isa dura baqatte, fulla d'abde.
Eegi worri lafa suni ch'ufa ke yae haga Pafo taake, falfalticha toko argani, ka Bar-Yeso jed'ani.