Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 16:17 - KITAABA WAAQA

17 Jennaani malaikaani torbeeso qori ufi qilleensati jissite. Qonqooni guddooni barch'uma hayyuma ka Mana Waaqa keesa jiru keesaa baate waan jette, Ya tolchani!

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 16:17
13 Referans Kwoze  

Inni waan jed'e, Ya tolchani! Anini Alfafi Omega, anini ka qaratiifi ka eegeeti. Nama d'eebu qabu ch'ufa anini maddo jireenna keesa gati male bisaani obaasa.


Yesoni daad'i suni argannaani waan jed'e, La hobaate! Jennaani mataani gajed'e, lubbuuni keesaa baate.


Hojja suni kara lafa ka daba gula yaatani, hayyu jabeenna ka qilleensa ch'aqaftani, ka lubbu amma worra Waaqa inch'aqamne mohatu.


Wonti akanatiifi nu namaani woli had'uuti injirru, ammo qilleensa hama lafafi gubbatiini wolhad'u jirra, jabeennaafi irre gubba ta bara dukana kanale.


Jennaani anini qonqo guddo ta Mana Waaqa keesa malaika torbaaniini dubbattu d'agaye: Beena, d'aqa, qori torbaani ta dalansu Waaqa lafati jissa jette.


Jennaani malaikaani d'ibiini Mana Waaqa ka gubba keesaa baate, isileeni haamtu qara qabdu harkaa qabdi.


Malaikaani d'ibiini Mana Waaqa keesaa baate, nama dumansa gubba tau qonqo guddooni yaamte waan jetteeni, Haamtu tante fud'ad'u haami. Hojjaani haamani yayu geete; mid'aani yayu bilchaatani muraansa gahani.


Mana Waaqa ka gubba jiru banani, sanduqa wold'aqisa kaani Mana Waaqa keesati argani. Duuba hangaasufi dibbeesafi d'uqeesa mandiisutifi chochoiti lafatiifi bokeeni d'akhaani roobe.


Jennaani malaikaani torbeeso magalata ufi d'oofte, qonqooni guddooni gubbaa baate waan jette, Jabeenni lafaani fidani amma ka Aabbo keennatiifi ka Kristo isaati, inni haga hegeri fida.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite