Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Mudhii Yohaannisii 16:13 - KITAABA WAAQA

13 Jennaani anini jinni hamtu sadi arge, ta raacha fakaattu, ta afaani jawetiifi afaani bineensatiifi afaani raaga d'ara keesaa yaatu.

Gade chapit la Kopi




Mudhii Yohaannisii 16:13
17 Referans Kwoze  

Bineensa kaanifi raaga d'ara, ka waan mama isa durati tolche, woliini qabani. Inni qara waan mama kanaani worra beesisa bineensa ufiraa qabu sobe, worra fakeenna bineensa ka boch'ani kad'atele. Bineensafi raagi d'ara, ato jiranu, galaana ibida keesa buusani gubani.


Jennaani Sheet'ana, ka worra sobe, galaana ibida keesa buusani, fulla bineensafi raaga d'ara qara buusani, halkani guyya haga hegeri worra gaargalchani.


Isiini qonqo guddooni lalabde waan jette, Isiini ya jidde! Babilonini guddooni ya jidde! Isiini yayu teesuma Sheet'anafi ta jinni hamtu taate. Simpirreeni hamtuuni ta jibbani ch'ufti isii ke galti.


Tunini lubbu jinni ta waan mama tolchitu. Lubbuuni tunini sadeeni gara hayyoota lafa ch'ufa yaati, aka hayyoota tana guyya jaba ka Waaqa Gudda had'iisafi wolti yaamtu.


Lafa worraa raachi ira dabre, mana hayyule raachi guute.


Inni tiite worra gaargalchuufi raacha lafa worraa balleesuufi,


Raagoota d'ara eegad'a, ta bifa jijiratte isaniti d'uftu, ammo keesi worraa aka yai jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite